Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
IJOO
Maxxanfame
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Odeeffannoo wayitaawaa biyya keessaafi guutummaa addunyaarraa, ispoortii dabalatee: Marsariitii,YouTube, Whatsapp, akkasumas karaa Facebook kanaan seentanii filattanii dubbisuu dandeessu.
- Iraan US irra deebiin haleellaan "waraanni Bahaa Giddugaleessaan ala baha,'' jechuun akeekkachiifte
- Iraan mirga Yuraaniyeemii gabbifachuu mariif akka hin dhiyeessine himte
- Kuweetiifi Kataar haleellaa diroonii Sa'ud Arabiyaa irratti raawwate balaaleffatan
- Waraanni Israa'el waraana marsaa biraa Israa'el waliin jiraachuu maluuf qophaa'aa jiraachuun gabaafame
- Mariin Biyyaalessaa kan gaggeeffamaa jiruuf yeroo aangoo gaggeessaa biyyaa 'daangessuufi'- MM Abiy
- Ka'abaa eenyutu ijaare?
- Waliigaltee Masirii fi Ertiraan dhimma Galaana Diimaa irratti walii mallatteessan maal qabata?
- Iraan karoora nagaa haaraa karaa Paakistaan Ameerikaaf dhiheessite