Qabxiilee ijoo
Maxxanfame
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Huutiin masaraa mootummaa Yaman misaayelaan haleeluun namoota shan ajjeese, 16 madeesse- Qondaalota mootummaa.
- Dubbi himaan waraana Huutii mandhee oppireeshinii diinaa kan Sa'uudii Arabiyaan durfamu haleelle jedhe.
- Ministirri Muummee Yaman Shaya Zindani mootummaansaanii hanga hidhattoota Huutii dhabamsiisutti oppireeshinii akka itti fufu dhaadatan.
- Sa'ud Arabiyaa sababa haleellaa Huutii qophiiwwan idil-addunyaa gurguddoo yeroo biraatti dabarsuuf dirqamte
- Odeessaalee biroo karaaMarsariitii (Website), Instagram, YouTube, Facebook, WhatsApp fi TikTok keenyaas ni argattu.




















