Kabaja ayyaana Iid aal-Adahaa addunyaa suuradhaan maal fakkaata?

Maxxanfame

Hordoftootni amantaa Islaamaa addunyaarra jiran ayyaana Iid al-Adahaa sirna adda addaan kabajaa jiru.

Ayyaanni hiika ''ayyaaneffannaa aarsaa'' jechuu qabu kun akka ajaja rabbiitti raajichi Ibraahiim ilma isaa aarsaa gochuuf qophii godhe kan yaadatu yeoo ta'u kadhannaa fi ayyaaneffannaa adda addaan kabajama. Kan bara kanaa Waxabajjii 28 eegala.

Ayyaanni kun xumura imala Hajjii gara magaalaa qulqulluttii Makkaatti godhamu waliinis walirra bu'eera.

Suuraaleen asii booda jiran sirna ayyaaneffannaa adunyaarra jiran muraaasa agarsiisu.

Kabaja ayyaana Iidaa Iraaq magaalaa Baagdaad keessatti

Madda suuraa, Reuters

Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja ayyaana Iidaa Iraaq magaalaa Baagdaad keessatti
Kabaja ayyaana Iidaa Filippiinsi magaalaa Maanilaa keessatti

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja ayyaana Iidaa Filippiinsi magaalaa Maanilaa keessatti
Kabaja ayyaana Iidaa biyya waraanaan hukkuramtu Siiriyaa, magaalaa Idliib keessatti

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja ayyaana Iidaa biyya waraanaan hukkuramtu Siiriyaa, magaalaa Idliib keessatti
Kabaja ayyaana Iidaa masjiida biyya Neezerlaands magaala Rooterdaam

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Kabaja ayyaana Iidaa masjiida biyya Neezerlaands magaala Rooterdaam
Sirna salaata Iidaa daandii biyya Raashiyaa magaalaa Mooskoo gubbaatti

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Sirna salaata Iidaa daandii biyya Raashiyaa magaalaa Mooskoo gubbaatti
Sirna sagadaa magaalaa Jarusaaleem Masjiida al-Asqaa

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Sirna sagadaa magaalaa Jarusaaleem Masjiida al-Asqaa
Sirna salaata ganamaa Dubaay

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Sirna salaata ganamaa Dubaay