Waggaa meeqa jiraattu?

Maxxanfame

Umurii giddugaleessaan nami tokko jiraatu sadarkaa addunyaatti dabalaa jira. Namootni 2008'tti dhalatan, namoota waggaa 25 dura dhalatan irra gidduugaleessaan ganna dabalataa 7 jiraatu.

Unka gaaffii armaan gadii irratti biyyaa fi saala galchuun daangaa umurii keessanii ilaalaa mee.

Jiddugalaan umuriin jireeenyaa sadarkaa addunyaatti 72-kunis dhiiraaf waggaa 72 fi dubbartootaaf 75. Haata'u malee, umuriin jijjiramatu jira. Fakkeenyaaf, namni umuriin waggaa 69 tarii waggaa 17 kan biraa akka jiraatu eegama.

Viidiyoo Gaggabaaboo darbi itti fufi

Viidiyoo Gaggabaaboo

  • Dhaloonni ammaa doofaa ta'aa jira jedha qorannoon hraa bahe.
  • Namicha balaa konkolaataa irraa rabbi isa oolche
  • Agarsiisa diroonii 70,000 samii faye.
  • Waa'ee haleellaa hidhattoota Huutii Yaman keessaa
  • Namni hedduun Awurooppaa jiraachuu hawwa. Icciitiin ittiin milkaa'an maali?
  • Waa'ee Obbo Taayyee Danda'aa
  • Maanchistar Yunaayitid mo'amaa jira
  • Balaliisaa xiyyaaraa
  • Waa'ee bilbila Iphone
  • Waa'ee Hubannoo Namtolchee (AI)
  • Waa'ee balaa konkolaataa mudate
  • Faayidaa shubbisuun qabu

Baay'ee kan jaalatame