Sammuu kee qori - Hiibboo 12
Maxxanfame
Hiibboo har'aa deebisuu dandeessaa?
Carraa Gaarii!

Hiibboo 12
Lakkoofsa meeqatu rog-sadee duuwwaa gubbaa kanatti galuu qaba jettee yaadda?

Deebiin isaa:
3 kan jedhuudha- Kunis Lakkoofsa gubbaa jiru irraa lakkoofsa harka bitaa hir'isuu, sana booda lakkoofsa harka mirgaatiin baay'isuun, lakkoofsa rog-sadee keessaa argachuun ni danda'ama.












