Barreeffamni kun qabiyyee [social_media-site]n dhiyaatan qaba. Tarii 'cookies' fi teknolojiiwwan biraa fayyadamuu waan danda'aniif, osoo tokkoonsaa gadi hin buufamiin dura hayyama keessan gaafanna. Osoo hin simatin dura Google YouTubeimaammata cookies fi imaammata mateenyaa dubbisuu barbaadda ta'a. Qabiyyee kana ilaaluuf 'waliigaluun itti fufi' filadhu.
Hogganaan kun hoggantoota addunyaa mindaa olaanaa argatan keessaa tokko yoo ta’an, mindaan isaanii amma waggaatti doolaara Singaapoor miliyoona 2.2 dha.
Guddinni mindaa kun yoo hojii irra oole, mindaan isaanii gara doolaara Singaapoor miliyoona 3.6tti olka’a.
Akka MM singaapoor kun jedhanitti, mindaa hoggantootaa fi ministirootaa dabaluun namoota dandeettii fi muuxannoo qaban gara hojii mootummaa olaanaatti hawwachuuf barbaachisaa dha.
Mindaan Lawurensi Wongi amma illee hoggantoota siyaasaa addunyaa keessaa isa olaanaa dha. Yoo karoora haaraan kun hojii irra oole, mindaan isaanii waggaatti doolaara Ameerikaa miliyoona 2.8 ga’a. Qondaalli kun mindaa kana waggoota shanan dhufan keessatti dhaabbilee tola ooltummaaf akka arjoomu ibseera.
Hoggantoota mindaan isaanii olaanaa ta’e keessaa, Hogganaa Hong Kong Johon Lee waggaatti gara doolaara kuma 719 argatu. Pirezidaantiin Siwiizarlaand Gaay Paarmeeliin immoo gara doolaara kuma 606 argatu.
Pirezidaantiin Ameerikaa Donald Trump waggaatti mindaa doolaara kuma 400 argatu.
Kanneen dhiifama taasifameef kanneen murtii argatanii mana amala sirreessaa keessa jiranidha.
Akka gabaasa FBC'tti, kanneen amala gaarii mul'isan, badii isaaniin kan gaabbaniifi miidhamtoota waliin araara kan buusanidha kan dhiifamaan gadhiifaman.
Itoophiyaa keessatti keessumaa yeroo Bara Haaraafi ayyaanota tokko tokkoorratti sirreeffamtootaaf dhiifamni ni taasifama.
Haa ta'uu malee waliigalteen sun mootummaa federaalaa Somaaliyaa irraa mormii cimaa kaasuun utuu hin milkaa'in hafe.
Somaaliyaan Somaliland kutaa biyya ishee ta’uu fi waliigalteen Itoophiyaa waliin taasifame daangaa fi abbaa biyyummaa ishee kan sarbuu ta'uu himachuun booda Turkii Ankaratti marii araaraa taasisan.
Somaliland bara 1991 Somaaliyaa irraa adda of baasuun akka biyya walabaatti of labsaa turte. Biyyoota addunyaa keessaas Israa'el yeroo jalqabaaf bara kana beekamtii Somalilaandiif kennite.