Simannaa ABO Fulbaana 15, 2018 Finfinneetti ture suuraan

Madda suuraa, Empics
Ibsa waa'ee suuraa, Hayyu-duree ABO Daawud Ibsaafi Kantiibaa Itti-aanaa Magaalaa Finfinnee Injinar Takkalaa Uumaa Simannaa ABO Dirree Masqalaa turerrattiMaxxanfame

Madda suuraa, Getty Images
Ibsa waa'ee suuraa, Namoonni simannaaf ba'an yeroo miira gammachuu ibsatan
Madda suuraa, Getty Images
Ibsa waa'ee suuraa, Deggertootaafi jaallattoota ABO Dirree Masqalaa, Fifinneetti, Fulbaana 15,2018
Madda suuraa, Getty Images
Ibsa waa'ee suuraa, Shamarran hedduun halluuwwan alaabaa ABotiin fayaman keessaa kun tokkoIbsa waa'ee suuraa, Dargaggoota qomee Alaabaa ABO'n faayame simannaa ABOf yeroo qophaa'anitti
Madda suuraa, Getty Images
Ibsa waa'ee suuraa, Wayita simannaa ABO Fulbaana 15, 2018 beektota, aanga'ootaafi abbootii siyaasaa turanIbsa waa'ee suuraa, Fardeen Hayyu-Duree ABO simachuudhaaf yeroo daandii Booleerra gurmuun gulfuan, Fulbaana 15, 2018
Madda suuraa, Getty Images
Ibsa waa'ee suuraa, Alaabaa dur mana namaatti ykn arka namaarratti yoo argamellee yakkamaa nama taasisu ture kunoo addabaabaayiitti ba'eera
Madda suuraa, Getty Images
Ibsa waa'ee suuraa, Simannaa ABO irratti dubartoonniifi maanguddoonillee hirmaataniiru, Fulbaana 15, 2018
Madda suuraa, Getty Images
Ibsa waa'ee suuraa, Deggertoota ABO Dirree Masqalaa, Finfinneetti uffata aadaafi alaabaatiin faayaman, Fulbaana 15, 2018
Madda suuraa, Getty Images
Ibsa waa'ee suuraa, Buufata xiyaaraa Booleetti yeroo Jaal Daawud Ibsaatiin simatanitti
Madda suuraa, Getty Images
Ibsa waa'ee suuraa, Namoota simannaa ABof fardaan ba'an keessaa muraasa, Fulbaana 15, 2018Odeessa kana irratti dabalata