Suuraawwan hawwatoo torbee kanaa: Caamsaa 4, hanga 10,2018
Maxxanfame
Filannoo suuraawwan babbareedoo Afrikaafi addunyaa mara irraa.

Madda suuraa, AFP
Ibsa waa'ee suuraa, Namoota uffannaa aadaa Liibiyaa uffatanii jila loltootaa baha biyyattii magaalaa Bengaaziitti yennaa kabajatan
Madda suuraa, AFP
Ibsa waa'ee suuraa, Torbee Jila misirrootaa Naayijeriyaa magaalaa Leegoositti kabajameen kalaqni dizaayinara Naayijeriyaa Yemii Shoyemii moodeelaan namootaaf ifatti baheera.
Madda suuraa, Reuters
Ibsa waa'ee suuraa, Achuma Naayijeriyaatti misirichi cidha isaa irratti yennaa ragadu.
Madda suuraa, Reuters
Ibsa waa'ee suuraa, Dubartoota uffannaa aadaa halluun kuulame uffatanii cidha irratti argaman
Madda suuraa, AFP
Ibsa waa'ee suuraa, Bobbocoonni uffataammoo uffannaa misirrittii aadaa adii uffifamanii turan
Madda suuraa, AFP
Ibsa waa'ee suuraa, Taatuu Kenyaa Sheyilaa Munyivaa(kan harka bitaa irra mula'attu) fi Saamaantaa Mugaatsiyaa festivaala fiilmii Kaannes irratti.
Madda suuraa, EPA
Ibsa waa'ee suuraa, Afrikaa kibbaa magaalaa Keep Taawon keessatti egzibishiniin suuraa cunqursaa namoota saala isaanin adda tahanii agarsiisaaf dhiyaate.
Madda suuraa, EPA
Ibsa waa'ee suuraa, Johaanisbargitti immoo suuraan jireenya yeroo cunqursaa sanyummaa appaartaayidii bara 1994tti dhaabbatte mul'isu agarsiisaaf dhiyaatera.
Madda suuraa, AFP
Ibsa waa'ee suuraa, Fakkiin ededa irratti kaafamu awwaalcha loltuu jeneraalaa Misiroota durii Iwaarhiyaa, lafa jala jiru Saqqaaraa jedhamu keessatti argama.Iwaarhiyaan loltuu yeroo Fara'on Seetii 1ffaafi Raamsee 2ffaatti tajaajile dha
Madda suuraa, Reuters
Ibsa waa'ee suuraa, Shubbistoonni Ruusiyaa immoo lafa bashannanaa Suyeez jedhamutti,do'ii sirbaa agarsiisaniiru.
Madda suuraa, Reuters
Ibsa waa'ee suuraa, Akkuma lammiin Biriteen Juliyaa Andarsan, namoonni biyya alaa shubbisa mudhii aadaa Misirii baayyinaan itti fayyadamaa jiru.
Madda suuraa, AFP
Ibsa waa'ee suuraa, Keep Taawonitti gaafa deebinu,namich qaruuraa keessaa kaanaabis xuuxaa,kaanaabisiin akka seeraan guutummaan guutuutti hayyamamuu gaafata. Fakiiwwan kun AFP, Getty Images, Reuters fi EPA irraa walitti qabaman.