Waliigalteen kun kan mallattaa'e Ministirri Muummee Abiy fooramii Atoomawaa irratti hirmaachuuf Raashiyaatti imalanii wayita tureedha.
Itoophiyaan madda anniisaa kana fayyadamuuf waggoota dheeraaf karoorfattee kan turte yoo ta'u, warshaa anniisaa niwukilaraa akka ijaartu kan beeksiste yoo ta'u, amma dhaabbata mootummaa jalqabaa pirojektii kana bulchu hundeessiteetti.
Saandookaan Debbebee kan Komishinii Anniisaa Niikuleeraa Itoophiyaa yeroo jalqabaaf akka hoogganu muudame amma garam akka ramadame ifa hin taane.
Saandookaan Onkololeessa 2025 ture muudamuunsaa kan dhagaahame.
US yaada dhiyate kanaaf ammallee deebii idilee hin kenniin jiraatus, Pirezidantiin US Doonaald Tiraamp waliigaltee dhiyaate kana diduu Street Journal gabaasee ture.
Tiraamp akka dhuunfaatti Iraan fedhiiwwan isaa ni guutti jedhee akka hin amanne kan gabaafame yoo ta'u, irra deebiin haleeluurratti duula gochaa tureera.
US fi Isra'el Guraandhala 28 ture Iraan irratti haleellaa kana banan. Iraan ammoo israa'el fi Buufataaleen waraanaa US michootashee Galoo Galaanaa fi Galoo Arabaa keessaa qabdurratti haleeluun, akkasumas Ulaa Hormuuz cufuun deebii kennaa turte.
Waraanni kun osoo hin uumamiin dura boba'aa fi gaaziin uumamaa qulqullaa'e kan addunyaa %20 kan ta'u karaa Ulaa kanaa darbaa ture. Kanaaf, cufachuun ulaa ammoo gatiin boba'aa gabaa addunyaa irratti akka jeeqamu taasiseera.
Kun ammoo Tiraamp carraa jiru barbaaduun walitti bu'iinsa kana akka dhaabuuf dhiibbaa irratti taassifamu akka dabalu godheera. Keessumaa ammoo, filannoo Kongiresii US Sadaasa keessa gaggeeffamurratti dhiibbaa irratti uumaa jira.
Ibsi kun gareewwan walitti bu'iinsa keessa jiran hundi walitti bu’iinsa akka hin hammeessine, gara marii fi furmaata siyaasaa nagaa akka deebi’an waamicha dhiyeessera.
MM Jiyoorjiyaa Meloonii wayita tarkaanfii kana ibsan ''wayita mana barnootaa deemtu fuula kee haguuguu hin qabdu,'' jedhan.
Ijoolleen shamarranii akkasaan maqaa aadaan of dhoksanii deeman eenyullee murteessuu hin qabu jedhan.
Dhorkaan kun burqaa fi niqaaba malee hijaaba akka hin ilaallanne ibsameera.
Hijaabi fuula kan dhoksu miti waan ta'eef.
Niqaabi fuula kan haguugu yoo ta'u naannoo ijaa qofatu mul'ata. Burqaan ammoo fuulaa fi qaama hunda kan haguuguudha. Ijarratti kan uffatamu garuu kan mul'isuuudha.
"Waraanni kun amma Galoo Galaanaa fi gara Ulaa Hormuuz irraa gara Galanaa Diimaatti babal'ateera. Waraanni itti aansee Ameerikaa waliin taasifamu gara GArba Indiyaatti ykn gara bakka birootti bal'achuu danda'a," jedheera.
Ujummoon Jibuutii gara Itoophiyaa boba'aa dabarsu diriiruufi - MM Abiy
''Tumsa Kaabaa'' jechuun kan ibse ABOn imallii fi akeekni
isaa Oromiyaa dirree waraanaa taasisuun, dhumaatii kan daranii fi hiraara gara
biraa ummata keenyatti fiduudha'' jedhe.
Akkasumas ''mirgoota haga ammaa gonfataman sharafuu,
Oromiyaa deebisanii dhuunfatuun dinagdee biyyaa saamuu, balaa hin hawwamnee fi
hin eegamne dachee keenyaa fi ummata keenyatti fiduuf kan sossohamudha,''
jechuun ibse.