Abbaa ijoollee qaamni saalaa irraa murame
Abbaa ijoollee qaamni saalaa irraa murame
Maxxanfame
Qabiyyeen odeessa kanaa miira isin jeequu mala.
Abbaan ijoollee jahaa Arsiitti lafa ciisanitti haati warraasaanii qaama saalaa isaanii haaduun irraa muranii attam ta'an?
Yeroos guututti citee lafa bu'uufi festaaalan maramee hospitaala dhaqqabuu oggeeyyiirraa dhageenyeerra.
Amma haati warraa badii kanaan shakkaman wabiin gadhiifamuufi ijoollee dhiisanii deemuu himan.
Isaanoo fayyanii? Wanti haaraa dhageenye kunooti.



