Obbo Gadduun paarkingii dalagaa jiru

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Obbo Gadduun paarkingii dalagaa jiru
Maxxanfame

Obbo Gaddu Andaargaachaw hojii paarkingiitiin 'gammachuu qabaachuu' BBC'n odeeffate.

Viidiyoon isaanii tibbana qoodame ijoo dubbii ta'eera. Kaan isaan jaja, kaan isaan qeeqa.

Obbo Gadduun Ministira Dhimma Alaa duraanii Itoophiyaadha. Pirezidantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Amaaraa turan.

Booda keessa bulchiinsa Ministira Muummee Abiy Ahimad cimsanii qeeqaa jiru.