Oduu Ijoo
Maxxanfame
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Israa'el erga ji'a darbe Hizboollaa Libaanos faana waliigaltee dhukaasa dhaabuurra ga'anii yeroo jalqabaaf kibba Libaanos haleete
- Tiraamp ''waraanni yeroo gabaabaatti dhaabata'' yoo jedhu, Iraan wixinee waliigaltee US qalbiin ilaalaa jiraachuu ibsite
- Iraan mariin kamuu onneerraa ta'uu qaba jette
- Eegdonni Warraaqsa Islaamummaa Iraan ammoo 'Doorsisni yoo dhaabbate Ulaan Hormuz ni banama' jedhe
- Biyya Islaamaa Nikulera hidhatte, akka riqichaatti addunyaa tajaajilaa jirtu Paakistaan
- Odeessaalee keenya karaa Marsariitii, YouTube, Facebook fi WhatsApp ni argattu








