'Finfinneef jedhee cabee hafe'
'Finfinneef jedhee cabee hafe'
Maxxanfame
Barsiisaa Mokonniin Ajjamaa jedhamu. Qaamni isaanii miidhameera, bakka tokko qofa taa'u. Cinaacha tokkoon rafu.
Waggoota 12'n darban haala akkasii keessa jiru. Digirii qabaadhus qubaanan mallatteessa jedhu.
Sirriitti dubbachuufillee baay'ee rakkatu. Sababa Finfinneen akka kuni isaan quunname himu.
Viidiyoo guutuu YouTube BBC Afaan Oromoo irratti daawwadhaa.



