Ajab! Roobotiin riikoordii Boolt cabse
Ajab! Roobotiin riikoordii Boolt cabse
Maxxanfame
Afaan qabachuun yoona kana. Dorgommii Chaayinaatti taasifameen roobotiin fiigdee riikardii namaa cabsite.
Sanuu kan atileetii beekamaa Yuuziyaan Boolt. Erga dorgommii xumurte booda garuu gaggabde kufte. Daawwadhaa!



