Guca komii BBC Afaan Oromoof itti dhiyeessitan

Qabiyyee ykn tajaajiloota keenya irratti komii dhiyeessuu yoo barbaaddan, maaloo guca asiin gaditti fayyadamaa.
Gareen keenya imaammata BBC irratti hundaa'uun hanga danda'ameen dafanii deebii isinii kennuuf yaalu.   

Gaaffii waliigalaa kamiifuu, maaloo fuula feedback keenya fayyadamaa.

Komii keessan asiin dhiyeessaa

Our data policy

Odeeffannoon isin dhiyeessitan BBC fi dhaabilee tajaajila nuu kennan biroo bira gahee ilaalama. Kunas ka goonu, komii keessan gabaasuufi ilaaluufi akka nuuf mijatutti. Daataan dhuunfaa fi teeknikaa nuuf dhiyeessitan, irra deebiin sin qunnamuuf itti fayyadamna malee, fedhii keessan malee qaama sadaffaaf dabarsinee hin kenninu. 

BBC fi dhaabbilee tajaajila dhiyeessan, odeeffannoo keessan imaammata keenyaafi qajeelfama 'Data Protection' irratti hundaa'uun of bira tursina. 
Odeeffannoo dabalataaf Imaammata Mateenyaafi Kus-yaadannoo (Privacy and Cookies Policy) keenya daawwadhaa.