Amantaa Ortodoksii: Meeshaa afuuraa kan ta'e waa'ee Baganaa kana beektuu?
Maxxanfame
Meeshaa afuuraa ittiin galata dhiyeessan galataa, Baganaan, keessumaa yeroo soomana guddaa, Faasikaa, caqafama.
Haa ta'u malee, kana jechuun yeroo kaan hin caqafamu jechuu miti jechuun himu abbootiin amantichaa.
