Waraana Itoophiyaa: Waraana Tigraay hawaasa diyaasporaa US qoode afaan lammiileen
Maxxanfame
Erga waraanni Kaabaa Itoophiyaatti waggaa dura egaleen booda lammiileen biyya garaa garaatti argaman jidduutti garaagarummaan yaadaa mudateera. Keessummoonni keenya har'aas kana himu.