Hokkora buufata xiyyaaraa Kaabuul, namoota biyyaa bahuuf baqatan

Ibsa waa'ee viidiyoo, Hokkora buufata xiyyaaraa Kaabuul, namoota biyyaa bahuuf baqatan
Maxxanfame

Namoonni hedduun paaspoortii ykn tikeettii malee achi jiru. Cal jedhaniituma xiyyaara ni balali'a jedhanii yaadan yoo koran bakka fedhan dhaquu waan danda'an isaanitti fakkaata jedha namni kun.