‘Dhamdhamni foon dheedhii qurxummii addadha’ – Jiraataa Hawaasaa
Maxxanfame
Foon dheedhii qurxummii nyaachuun magaalaa Hawaasaa keessatti akkaan ho'aa jira. Ogeeyyiin sirna nyaataa garuu of eeggannoon barbaachisa jedhu.