Irreecha: Abbaan Malkaa eenyu, gaheen isaa ammoo maal?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Abbaan Malkaa eenyu, gaheen isaa ammoo maal?
Maxxanfame

Irreeffannaan dura Abbaa Malkaan saaqamee jalqabama. Abbaan Malkaa Eenyu? Namni kamiyyu Abbaa Malkaa ni ta'aa?