Namni koronaavaayirasiirraa fayyee lammata qabamuu danda'aa?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Namni koronaavaayirasiirraa fayyee lammata qabamuu danda'aa?
Maxxanfame

Namni koronaavaayirasiirraa fayyee lammata qabamuu danda'aa?

Gaaffi kana deebisuuf haala madiinummaan qaama namaa itti dalagu hubachuun barbaachisaadha.