Yaaddessaa Booji'aa: Haacaaluun 'sodaa malee warra aangoo qaban dura dhaabbachuu nu barsiise'

Ibsa waa'ee viidiyoo, Haacaaluun 'sodaa malee warra aangoo qaban dura dhaabbachuu nu barsiise'
Maxxanfame

Haacaaluun 'sodaa malee warra aangoo qaban dura dhaabbachuu nu barsiise' jedha artiist Yaaddessaa Booji'aa.

Fakkii Haacaaluu harkaan kaasaa waa'ee Haacaaluu dubbata.