Koronaavaayiras: jarmiin harka hin qulqulloofneen akkamitti daddarba?
Maxxanfame
Carallaa UV fayyadamuun jarmoonni akkamiin harkarraa gara fuulaatti daddarbu akka nutti agarsiisan saayintistoota gaafanneerra. Yunivarsiitii Weestiministar ka Landanitti argamurraa Dr. Adele McCormick vaayirasiiwwan balaafamoo kanneen akka Covid-19 akkaataa ofirraa eeggannu nutti agarsiisti.