Dhimma eegdotaa irratti turtii Jawaar Mahaammad BBC waliin taasise

Ibsa waa'ee viidiyoo, Turtii Jawaar Mahaammad BBC waliin taasise
Maxxanfame

Waan Onkololeessa 22, 2019 halkan ta'e ilaalchisuun Jawaar Mahaammad BBC waliin turtii taasiseen ibsee jira.