Wa'ee bara haaraa Itoophiyaa lammileen biyyoota biroo hagam beeku?
Maxxanfame
Itoophiyaan addatti bara akka lakkooftu lammileen biyyoota biroo hagam beeku? Barri haaraa kun meeqa?
Gaazexeessitoota BBC fi namoota kaan magaalaa Nayirobiitti arganne gaafanneerra.


