Holqa Laga Odaa Dirree Dhawaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Holqa Laga Odaa Dirree Dhawaa
Maxxanfame

Fakkiiwwan 600 ta'aniifi barreeffamoonni keenyan holqichaa irratti barreeffaman umuriin isaanii hanga waggaa 7000'tti tilmaaman holqa kana keessa jiru.