Qe'ee Hindii kanatti maqaan muuziqaan bakka bu'a
Maxxanfame
Qe'ee Hindii kanatti haadholiin ijoollee isaaniif maqaa moggaasuuf osoo hin taane, muuziqaa adda taheen waamu. Sagalee muuziqaa kanaanis wayita guddatanis itti waamamu.