Tirrii : Shubbisa aadaa Oromoo Arsii keessaa tokko kan ta'e

Ibsa waa'ee viidiyoo, Tirrii sirba aadaa Oromoo Arsii keessaa tokko kan ta'e
Maxxanfame

Tirriin shubbisa aadaa Oromoo kan naannawa Arsiitti beekamuudha.