Tolchaa Maammoo: 'Killee saantima 20'n daldala eegale'

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Killee saantima 20'n daldala eegale'
Maxxanfame

Killee saantima 20 bitee gurguruunan daldala eegale jedhu Obbo Tolchaan.

Wayita ammaa Naayiroobii keessatti mana nyaataa gurguddaa lama qabu.