Piitar Taabichii: 'Akkamittiin barsiisaa cimaa addunyaa akkan ta'e'

Ibsa waa'ee viidiyoo, Barsiisaa Cimaa Addunyaa
Maxxanfame

Barsiisaan lammii Keniyaa Piitar Taabichii dhiyeenya kana badhaasa barsiisota addunyaa mo'ateera.

BBC barsiisaa kana haasofsiiseera. Maaltu barsiisota kaanirraa adda si taasisa? Doolaara miiliyoona tokko mo'ates maalirra akka oolchu dubbata.