Kora Oromoo fi Amaaraa marroo lammaffaa magaalaa Amboo Suuraan
Maxxanfame
Konfaransiin hariiroo Saboota Oromoo fi Amaaraa cimsuuf yaadame Magaalaa Ambootti Dilbata taa'ame kun kan magaalaa Bahirdaaritti Onkoloolessa bara 2017 taa'ametti aanee kan lammataati.







