Iiziin Jimma gana baadiyaa waggaa tokko jiraatteetti Afaan Oromoo sirriitti dandeesse

Ibsa waa'ee viidiyoo, Iiziin Jimma gana baadiyaa waggaa tokko jiraatteetti Afaan Oromoo sirriitti dandeesse.
Maxxanfame

Iizii Muulensi jedhamti. Hojii tola-ooltummaadhaaf karaa Piiskooriin kan Ameerikaa irraa dhufte. Godina Jimmaa Aanaa Limmuu Kossaa ganda Ciimmee jedhantu keessa waggaa tokkoof jiraatteetti.