Qayya warra Raayyaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Qayya warra Raayyaa
Maxxanfame

Shamarran Raayyaa Qayya ulachuun miidhaginaaf tola jedhu. Afaan Tigireetiin 'Xuush' jedhuun.