Imala BBC Afaan Oromoo: Jimaan osoo dhabamee warri Awwadaay maal tahu?
Maxxanfame
Giddugala jimaa biyyattiiti kan jedhamtu Awwadaay keessa argamnee jiruu fi jireenya jiraattota magaalattii daawwanneerra.
Gaaffii 'Jimaan osoo dhabamee warri Awwadaay maal tahu?' jedhuus gaafannee kana nutti himan.

