Eenyutu caalaa soba? Dhiiroota moo dubartoota?
Maxxanfame
Qorattoonni biyya Jarmanii fi Israa'el qorannoo xiinsammuu namoota 44,000 hirmaachise gaggeessaniin, sobuun umurii fi saalarratti hundaa'a jedhaniiru. Bu'aan qoranichaa maal jedha? Viidiyoo kana daawwadhaa.


