Goree: Magaalaa ji'oota torbaaf magaalaa guddoo Itoophiyaa turte

Ibsa waa'ee viidiyoo, Ji'oota torbaaf magaalaa guddoo Itoophiyaa
Maxxanfame

Lixa Oromiyaatti kan argamtu magaalaan Goree ji'oota torbaaf magaalaa guddoo Itoophiyaa turte. Kaan ammoo lakkii guyyaa tokko qofaaf jedhu.

Viidiyoo kana kan midhaassan Yaadataa Birhaanuu fi Habtaamuu Xibabuudha.