''Dhukkuboonni qaroo ijaa nama dhabsiisan hedduun yaalamuu kan danda'aniidha''

Ibsa waa'ee viidiyoo, ''Dhukkuboonni qaroo ijaa nama dhabsiisan hedduun yaalamuu kan danda'anidha''
Maxxanfame

Dhaabbanni Orbiis jedhamu namoota dhukkuba ijaa hamaa qabaniif wal'aansa baqaqsanii yaaluu Finfinnetti tibbana kennaa ture. Wal'aansi xiyyaara keessatti kennamu kun maal fakkaata? BBC'n daawwateera.