Jaartii ganna 77 qaama ishee guutuu tumaa tumatte

Ibsa waa'ee viidiyoo, "Qaama koo irratti waan fedhe gochuun danda'a"
Maxxanfame

Jaartii ganna 77 qaama ishee guutuu tumaa tumatte. Qaama koo irratti waan fedhe gochuu nan danda'a jetti.