Kubbaa millaan heeruma ijoollummaa faccisuu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Dubartii kubbaa millaan heeruma ijoollummaa akka hafu godhaa jirtu
Maxxanfame

Kaaba Keeniyaatti, walmorkiiwwan kubbaa miilaan, shamarran dhibbootaan lakkaawwaman gaahila daa’imummaa, ulfa daa’imummaafi kittaanarraa akka baraaraman gargaaraa jira.