Itoophiyaa: Siidaan Aksuum balaaf saaxilamee jira

Ibsa waa'ee viidiyoo, Siidaan Aksuum balaaf saaxilamee jira
Maxxanfame

Suphaan hatattamaan hin taasifamu yoo ta'e siidaan Aksuum balaa jiguuf saaxilamuu akka danda'u himameera.