Kariim waggaa 8 tti ogummaa fakkii kaasuu jalqabe

Ibsa waa'ee viidiyoo, Maatii kootu na onnachiisa
Maxxanfame

Kariim Waariis Olaamileekaan umurii waggaa saddeetitti fakkii kaasuu jalqabe. Qubeessaadhaan fakkii kaasa. Hojiisaa godambaatti agarsiisuu barbaada. Akka artistoota jaalatamoo Mikaa'elanjeeloofi Ariinzee Staanliifaa.