Dubaroonni barumsarra wayita jiranitti laguun yoo itti dhufu miira akkamii qabaatu?
Maxxanfame
Shamarran barumsarra wayita jiranitti laguun yoo itti dhufu miira akkamii akka qabaatanfi meeshaalee qulqullinaa manneen barnootaa keessatti raabsuun barumsarritti gumaata akkamii akka qabu barattoonni UK ni dubbatu.