Moritz Regentag: Sirbi Abdullaahii Jirmaa lammii Jarmaniin yeroo sirbamu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Lammiin Jarman Mooriitzi jedhamu sirboota weellisaa beekamaa Abdullaahii Jirmaa taphata.
Maxxanfame

Abdullaahii Jirmaa sirba Booranaatiin Keeniyaa keessatti hedduu jaallatama. Dargaggeessi lammii Jarmanii Moritz Regentag sirba Booranaa kana sirriitti miidhagsee taphata.

Viidiyoo: Yaadataa Birhaanuu fi Eeliyaas Mulugeetaa