Hindii Kibbaatti viidiyoon arbaa osoo tamboo haarsuu waraabamee gaaffii uumaa jira.
Maxxanfame
Saayintistoonni bosona Hindii Kibbaa keessatti arba tamboo haarsu erga viidiyoodhaan waraabamee argamee booda qorannoo dabalataa akka barbaachisu himaa jiru.