Haasawa Ministirri Muummee haaraan Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad taasisan keessaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Demookraasiin nuuf wanta haaraa miti, sirna Gadaan bulaa turre
Maxxanfame

''Demookraasiin nuuf wanta haaraa miti, addunyaarra wayita demookraasiin hin beekamnetti, nuti sirna Gadaan bulaa turre.''