Hindiitti gumiin boo'ichaa bakka namoonni dhaqani bo'an jiraachuu beektu?
Maxxanfame
Dhiha Hindii magaalaa Suuraatitti namoonni gayeeyyiin walitti dhufuudhaan boo'uun dhiphina kan isaan dhiphisuu ofirraa baasuu. Amantaa kana saayinsiin ni deggeeraa laata?