Mucaa Somaalee pirezidaantii Islaama Ameerikaa jalqabaa ta'u barbaadu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Mucaa Islaama pirezidaantii Ameerikaa jalqabaa ta'u barbaadu
Maxxanfame

Mucaa sanyi Somaalee lammii Ameerikaa pirezidaantii Islaama biyyattii kan jalqabaa ta'uuf karoorfate.