Qabsoo humna laga Abbayyaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Qabsoo humna laga Abbayyaa
Maxxanfame

Bishaan laga abbayyaa irratti Itoophiyaa dabalatee biyyoota gadi jallaa jiran waliin waldhabdee erga ka'ee bubbuleera. Kunis erga Itophiyaan hidha guddicha ijaaruu eegaltee kaaseeti.