Abbaa qabeenyummaa irraa gara harka namaa ilaaluutti

Ibsa waa'ee viidiyoo, Abbaa qabeenyummaa irraa gara harka namaa ilaaluutti
Maxxanfame

Horsiisee bultoonni Booranaa sababa hongeetiin loon qaban hunda of harkaa qaban gargaarsaaf harka namaa ilaaluuf dirqamneerra jedhu.

Waraabbii viidiyoo: Habtaamuu Xibabuu

Gulaallii: Yaadataa Birhaanuu