Odola namni keessaa baqataa jiru

Ibsa waa'ee viidiyoo, Jijjiirama qilleensaarraa kan ka'e gaalaanni guutee odola liqimsa sodaa jedhutu jira.
Maxxanfame

Jijjiirama qilleensaarraa kan ka'e gaalaanni guutee odola liqimsa sodaa jedhutu jira. Kanaaf jecha jiraattonni irraa godaanuuf karoorfatan.